Ispoortii Ispeen tapha walakkaa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan Ispeen, Jarman injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. Ispeen galchii 2 fi 1n Jarman injifachuuf tapha walakkaa xumuraaf…
Oduu biyya keessaa Pirojektoota Goolabnee Ittiin Bulla Malee Hinbubulchinu-Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Pirojektoota goolabnee ittiin bulla malee, Hinbubulchinu jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti…
Ispoortii Atileetoonni Taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman Sifen Megersa Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileetoota taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifoomseera. Atileet Gudaaf…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii waloo bulchiinsa daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa jalqabaa milkaa’inaan… Sifen Megersa Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waltajjiin marii waloo bulchiinsa daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa jalqabaa milkaa’inaan xumurame. Bulchitoonni daangaa waloo biyyoota lamaanii…
Oduu biyya keessaa Pirojektoota jalqabne xumurree eebbisuun waadaa galle dhugoomsaa jirra! – BKO Sifen Megersa Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Piroojektoota naannichaa ijaarsi isaanii xumuramuun eebbifamaa jiran ilaalchisee ibsa kenneera. Piroojektoota…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Barsiisotaaf beekkamtiin kennan daran akka hojjennuu kan kakaasuudha-WBI Debela Tadesse Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barsiisonni ijaarsa dhalootaaf gumaacha taasisaniif beekkamtiin kennan daran akka hojjetaniif kaka’umsaa kan uumu…
Oduu biyya keessaa Fulbaana dhufurraa eegalee lakkoofsa saamuda qonnaa gaggeessuuf qophiin xumuramuun ibsame Debela Tadesse Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Fulbaana 2017’rraa eegalee sadarkaa biyyaalessaatti lakkoofsa saamuda qonnaa gaggeessuuf qophiin xumuramuun ibsame. Koreen olaanaan lakkoofsa saamuda…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin miidiyaa adeemsa Maree biyyaalessaa keessatti gumaacha taasiisaan cimsanii akka itti fufan… Sifen Megersa Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin miidiyaa Adeemsa Maree biyyaalessaa keessatti gumaacha taasiisaan cimsanii akka itti fufan Komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Sudaan walitti bu’iinsa biyyattii baqachaa turan 25 Galaanarratti lubbuun isaanii darbe Sifen Megersa Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Walitti bu’iinsa Giddugala Sudaanitti gaggeeffamaa jiru baqachuun namoonni Bidiruun imalaa turan 25 lubbuun darbuu ibsameera. Namoota Balaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee immigireeshinii irratti fooyyessiiwwan hojiirra oolfamaa jiru-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 5, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Komii ummataa dhaggeeffachuun hojiilee immigireeshinii irratti dhimmoota sirreeffama barbaadaniif xiyyeeffannaan kennamee jijjiirama taasisuun,…