Guyyaan sabaaf sablammootaa 19ffaan Embaasiwwanii fi Qoonsilaa Jeneraalaatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Guyyaan sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan Embaasiwwanii fi Qoonsilaa Jeneraalootaa biyyoota adda addaatti Itiyoophiyaa bakka bu’anitti kabajameera.…