Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 402 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 402 gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota kanneen keessaa 315 dhiirota, 75…
Idil Addunyaa Moozaambiik Buufataa Naakaalaan Malaawiitti kireessite Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Moozaambiik Buufataa Naakaalaan Kaaba Biyyattiitti argamu, buufata doonii kan hinqabne Malaawwiitti kireesuuf waliigatee malleessuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Sanyii Bunaa hektaararraa kuntaalaa 25 argamsiisuu baay’isuun babal’isuuf ni hojjetama-Giddugalicha Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Sanyii Bunaa hektaara tokkorraa kuntaala 25 argamsiisuu fi waggoota sadiitti qaqqabu baay’isuun qonnaan bultootaaf dhiyeesuuf kan hojjetu ta’uu Giddugalli…
Oduu biyya keessaa Fooyyessiin Diinagdee Gooroo fuuncaa sonaa fi carraalee gabaa guddisuuf gumaacha olaanaa… Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Fooyyessiin Diinagdee Gooroo fuuncaa sonaa fi carraalee gabaa guddisuuf gumaacha olaanaa akka qabaatu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Oduu biyya keessaa Fooyyeessi bulchiinsa Sharafa alaarratti taasiifame guddina dhaabbilee Faayinaansiif karra kan bane,… Sifen Megersa Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) – Fooyyeessi bulchiinsa Sharafa alaarratti Baankiin Biyyaalessaa taasise guddina dhaabbilee Faayinaansiif karra kan bane, tarkaanfii murteessaa ta’uu…
Teeknooloojii Itiyoo telekoom kara Telebirriin viisaa kaardii fayyadamuuf tajaajila dandeessisu eegalchiise Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Itiyoo Teelekoom karaa Telebirriin tajaajila Viisaa Kaardii fayyadamuuf dandeessisu eegalchiise. Appilikeeshinii “Visa Direct fi “Telebirr Remits”…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Nageenya biyyaa mirkaneessuu cinaatti hirmaannaan misoomaa… Sifen Megersa Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Nageenya biyyaa mirkaneessuu cinaatti hirmaannaan misoomaarratti taasiisaa jiru jajjabeessaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa burqaa nagaa qofa utuu hin ta’iin burqaa misoomaa fi kalaqaa ta’uu… Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa burqaa nagaa qofa utuu hinta'iin burqaa misoomaa fi kalaqaa ta'uu akka qabu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay Itiyoophiyaatti Daayrektara USAID waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay, garee jilaa Itiyoophiyaatti Daayrektara USAID Iskoot Hooklaandariin durfamu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti “Duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu”f qophiin xumuramuun… Tsehay Guluma Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) –Hagayya 17, 2016 Duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 Haa dhaabnuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waamichaa taasisan hordofee Naannoo…