Ispoortii Joorjiyaa fi Turki tapha moo’atanii darbuuf gahan Sifen Megersa Jun 27, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa galgala kana taphatameen Joorjiyaa fi Turki tapha moo'atanii darbuuf gahaniiru. Tapha ramaddii marsaa xumuraa…
Ispoortii Roomaaniyaa, Beeljiyeemii fi Isloovaakiyaan tapha moo’atanii darbuuf gahan Sifen Megersa Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa galgala kana taphatameen Roomaaniyaa, Beeljiyeemii fi Isloovaakiyaan tapha moo'atanii darbuuf gahaniiru. Tapha…
Oduu biyya keessaa Qormaanni bahiinsa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2016 xumurame – Ministeericha Sifen Megersa Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Qormaanni bahiinsaa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2016 kennamaa ture xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Sagantaawwan eebbaan duraa…
Ispoortii Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa Meetii argatte Sifen Megersa Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Shaamiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Kaameerunitti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa meetii argatte.…
Oduu biyya keessaa Daandiin cirrachaa fi Riqichoonni Doolaara miiliyoona 470n ijaaramuuf karoorfaman Sifen Megersa Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waggoottàan shanan itti aanaan keessa Daandiiwwa cirrachaa fi Riqichoonni Doolaara miiliyoona 470n ijaaramuuf karoorfamuu Ministeerri Magaalaa fi…
Idil Addunyaa Wiiliyaam Ruutoon Wixineen Faayinaansii mormiin mudate hojiirra hin oolu jedhan Sifen Megersa Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo wixineen Faayinaansii paarlaamaan biyyattii sagalee caalmaan raggaasise mormiin mudachuu isaan hojiirra kan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa magariisaan dinqisiifannaa argatte Tsehay Guluma Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu fooramii Bosonaa “Oslo Tropical” jedhamu Noorweeyitti gaggeeffamaa jirurratti…
Ispoortii Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan ijoo… Tsehay Guluma Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan hawaasa Ispoortii Kubbaa miilaa biratti ijoo dubbii…
Ispoortii Abbubakar Naasiriin Kilaba Maameeloodii Sandaawunsi waliin gargara bahe Tsehay Guluma Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Taphatan Sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Naasiriin Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameeloodii Sandaawunsi waliin…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennameedha – Pir. Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennameedha jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Biyyi…