Tapha Waancaa Awuroppaa har’aan morkiiwwan jajjabboon ni gaggeeffamu
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a taphoonni eegaman ni gaggeeffamu.
Sa’aatii 10:00 irratti Joorjiyaa fi Rippaabilikiin Cheek kan taphatan yoo…