Ispoortii Ispeen 1- 0 Xaaliyaanii Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni halkan kana Ispeenii fi Xaaliyaanii gidduutti taphatame olaantummaa Ispeeniin xumurame. Ispeen 1 fi 0n Xaaliyaanii…
Ispoortii Deenmaarki 1- 1 Ingilaandi Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni galgala kana Deenmaarkii fi Ingilaandi gidduutti taphatame qixaan xumurame. Taphni hawwiin eegamaa ture kun galchii 1…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasota 2 injifate Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Bashannana balalliirraa fi tajaajila Interneetii balalliirraan Daandii Qilleensaa filatamaa Afrikaa waggaa kanaa…
Ispoortii Islooveeniyaa 1- 1 Sarbiyaa Sifen Megersa Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni Islooveeniyaa fi Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan xumurameera. Taphni har'a waaree booda sa'aatii 10:00…
Biiznasii Baatiwwan 11’n darban galiin Birriin biiliyoonni 171.4 walitti qabame Sifen Megersa Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Baatiwwan 11'n darban galiin Birriin biiliyoonni 171.4 walitti qabamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Komishinichi raawwii hojii baatiwwan 11'n…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Veetinaam hariiroo waloo caalmaatti cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin gita isaanii Veetinaam Too Laam waliin mari'ataniiru. Biyyoonni lamaan hariiroo waloo caalmaatti cimsuuf…
Teeknooloojii Tootaal Inarjii Itiyoophiyaan giddugala Chaarjessa saffisaa Konkolaattoota Elektirikaa eebbisiise Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Tootaal Inarjii Itiyoophiyaan har’a giddugala Chaarjessa saffisaa Konkolaattoota Elektirikaa eebbisiiseera. Daayrektarri Olaantuun Abbaa…
Biiznasii Koorporeeshinichi oomishtoota galteewwan wal’aansa fayyaa biyya keessa 2 waliin waliigaltee… Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa dhaabbilee oomsihtootaa galteewwan wal’aansa fayyaa biyyaa keessaa lama waliin waliigaltee…
Ispoortii “Machaal Itiyoophiyaaf”mata duree jedhuun sagantaan baatii tokkoof turu gaggeeffamuufi Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Waggaa 80ffaa hundeeffama Kilaba Ispoortii “Machaal” ilaalchisuun sagantaaleen garaagaraa baatiif tokkoof turu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Bidiruuwwan Poolisii hojjechiisuuf waliigalteerra ga’ame Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa fi Koorporeeshiniin Indaastirii Injiinariingii Raayyaa Ittisaa Bidiruuwwan Poolisii hojjechiisuuf waliigalteerra…