Ispoortii Itiyoophiyaan Taanzaaniyaa waliin Tapha ni taasifti Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata. Taphichi har’a galgala…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii dhimmoota…
Ispoortii Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Dorgommii Buunyaa har’a barii taasiifameen Buunyessaa beekamaan Maayik Taayisan Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera. Taayisan waggoota 19 booda…
Fayyaa Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaatti kutaan wal’ansa lafee tajaajila eegale Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaa kutaan tajaajila baqaqsanii wal’anuu lafee fi buusaalee tajaajila eegale. Kutichi tajaajila eegaluun lammiilee…
Oduu biyya keessaa Daandichi badhaasa “Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa” injifate Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee imaltoota bizinasiin badhaasa "Daandii Xiyyaaraa filatamaa Afrikaa” 2024 injifateera. Badhaasichaas walitti…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjooman Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjoomaniiru. dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu ta’uu ibsuun, hawaasni aadaa dhiiga arjoomuu…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee Misoomaa Magaalaa Baahir Daar daawwatan Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa… Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Mariyaam…
Oduu biyya keessaa Sirna Gadaa:Gosee irraa hanga bu’uura diimokiraasii Addunyaatti Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Sirni Gadaa Booranaa gosee keessatti jalqabe suutumma guddachuun bulchiinsaa uummataa fi bu’uura diimokiraasii addunyaa jechuun himan qorattoonni fi…
Oduu biyya keessaa Ibsa Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Nagaa Nagaa Nagaa!!! Ummanni naannoo keenyaa, rakkoon nageenyaa yeroo dheeraaf isaa rakkisaa ture, karaa nagaa akka goolabamu yeroo garaa garaa hiriira nagaa gurguddoo gochuun waamicha…