Ispoortii Jilli Atileetota Itiyoophiyaa gara Kaameeruunitti imale Debela Tadesse Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Jilli Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatu gara Kaameeruunitti imaleera. Shaampiyoonaan Atileetiksii…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan Beenishaanguul Gumuzitti Warshaa Maarbilii fi Leemmanaa daawwatan Sifen Megersa Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo TamageenTamasgeen Xirunaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Warshaa Maarbilii fi Leemmanaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojiin deebisanii misoomsuu Hambaa Idil Addunyaa Jugalirratti hojjetame yaa’insi turistii akka… Sifen Megersa Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Hojiin deebisanii misoomsuu Hambaa Idil Addunyaa Jugalirratti hojjetame yaa'insi turistii akka dabalu taasiisuu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa dameen Maqalee tajaajila kennuu eegale Sifen Megersa Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa dameen Maqalee har'a tajaajila kennuu eegaluu beeksise. Haaromsa Paaspoortii, Paaspoortii bade bakka buusuu…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa Fandii Giloobaalii waliin waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 25 mallatteesse Sifen Megersa Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Fandii Giloobaalii waliin dhibeewwan TB, HIV fi Busaa ittisuuf kan oolu waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 25 mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Qulqullina Kenniinsa Tajaajila Tuuristii Fooyyessuufi Sadarkeessa Hoteelotaarratti… Tsehay Guluma Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Waltajjiin Marii Qulqullina Kenniinsa Tajaajila Tuuristii Fooyyessuufi Sadarkeessa Hoteelota Abbaa Urjii Irratti Hubannoo Uumuu gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa BRICS bu’uura tumsa sirna dinagdee fi faayinaansii addunyaa haqa qabeessa ta’eef hojjeta… Tsehay Guluma Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –BRICS bu’uura tumsa dippilomaasii biyyoota hedduu fedhii hawaasa addunyaatiif kan dhaabbatuu fi sirna dinagdee fi faayinaansii addunyaa haqa qabeessa…
Biiznasii Akkaataa argannoo Ooditiin Birrii deebi’uu qabu miiliyoona 443 keessaa % 11 qofti deebi’uu ibsame Tsehay Guluma Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Akkaataa argannoo Ooditiin dhaabbiileen 92 Birrii akka deebisan yaadni itti kenname miiliyoona 443 keessaa % 11 qofti deebi’uu ibsameera. Akkaataa…
Oduu biyya keessaa Godinaaleen Oromiyaa hunduu golee Nageenyaafi Misoomaati – BKO Tsehay Guluma Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinagdee dam-daneessa damdamataa ta'e hojiirra oolchuun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessaa jiraachuun Biiroon…
Idil Addunyaa Chaayinaan muddama Raashiyaa fi Yuukreen furuuf kan hojjettu ta’uu mirkaneessite Tsehay Guluma Jun 18, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Chaayinaan hawaasa idil addunyaa waliin ta’uun muddama Raashiyaa fi Yuukreen furuuf kan hojjettu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksiise.…