Oduu biyya keessaa Dirre Dhawaatti Sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegale Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegaleera. Kantiibaan Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Juhaari fi Itti…
Oduu biyya keessaa Qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kutaa 12ffaaf qophiin xumurame – BBO Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministiroota Murtoowwan garaagaraa dabarse Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministroota walga’ii idilee 33ffaa har’a gaggeesesen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoowwan adda addaa dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Indashaaw Xaasaw Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’atan Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Obbo Indashaaw Xaasaw Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Hararitti sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegale Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Naannoo Hararitti sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa Dargaggoota Tola Oltoota kuma 43 hirmaachise eegale. Pireezidaantiin Naannoo Hararii…
Oduu biyya keessaa Pir. Shimallis Abdiisaan irra deebiin waamicha nageenyaa dhiyeessan Sifen Megersa May 30, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan qaamolee hidhannoon naannicha keessa socho'aniif irra deebiin waamicha nageenya…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Sabboonummaa jedhu eebbifame Tsehay Guluma May 30, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Kitaabni Sabboonummaa jedhu Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan barreeffame eebbifameera. Kitaabni Ministir Deetaa Ministeera Jallisii fi…
Oduu biyya keessaa Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa walga’ii Ministirootaa 21ffaa gaggeesse Tsehay Guluma May 30, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiru cinaatti walga’ii Ministirootaa 21ffaa…
Oduu biyya keessaa Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa walga’ii Ministirootaa 21ffaa gaggeesse Sifen Megersa May 30, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiru cinaatti walga’ii Ministirootaa 21ffaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sagantaa Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiise Tsehay Guluma May 30, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sagantaa Tola Ooltummaa Gannaa magaalaa Hoosaa’inaatti eegalchiiseera. Itti Aanaan Pireezidaantii…