Gurgurtaa Humna Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 31.5 argame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) –Baatiwwan sadan darban Gurgurtaa Humna Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 31.5 argamuu Humni Elektirikaa…