Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma May 24, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Saa'ud Arabiyaa Faayisal Biin Farhaan Al Saa'ud waliin…
Idil Addunyaa Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatame Sifen Megersa May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Balaa Heliikooptaraan muudateen kan du'an Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatameera. Sirni awwaalchaa Ibiraahim…
Ispoortii Riikardiin Atileet Tigisti Asaffaan Maaraatooniin galmeessite ragga’e Sifen Megersa May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Riikardiin Atileet Tigisti Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Barliiniin galmeessite ragga'eera. Atileet Tigisti fageenyicha sa'aatii 2:11.53 xumuruun…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Maree Biyyaalessaa Misiyoonoota waliin mari’ate Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa hojii gaggeessaa jirurratti Misiyoonoota FDRI waliin mari’ateera. Komishinarooni komishinichaa, Hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappan waliin mari’atan Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappan Shiibataa Hiroonoriin…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota Humna Elektirikaan hojjetan gara tajaajilaatti galchuuf hojjetamaa jira jedhame Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Sirna Geejjibaa baasii xiqqaa uumuuf Konkolaattoota Humna Elektirikaan hojjetan gara tajaajilaatti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Masjiida seena qabeessa Al Najjaashiif suphaa sadarkaa isaa eeggate taasiisuuf qophiin xumurame… Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Masjiida seena qabeessa Al Najjaashiif suphaa sadarkaa isaa eeggate taasiisuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Turizimii beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Biyya Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa jalaa baasuun dhimma yeroon kennamuufi miti – Obbo Adam… Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Biyya ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa jalaa baasuun dhimma yeroon kennamuufi miti jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Teeknooloojii Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqni guddina biyyaaf gahee murteessaa qabu jedhame Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqni guddina biyyaa fi nageenya hawaasummaa gabbisuuf gahee murteessaa qabaachuu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’atan Tsehay Guluma May 23, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’ataniiru.…