Dameen Turizimiin toorawwaan xiyyeeffannoo adda baasuun hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Damee Turizimiin toorawwaan xiyyeffannoo adda baasuun hojjetamaa jiraachuu Ministireerri Turizimii beeksise.
Dameen Turizimii badhaadhina biyyaa…