Oduu biyya keessaa Kaayyoon jijjiiramichaa sirna cimsuudha-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Kaayyoon jijjiiramichaa keessaa tokko sirna cimsuudha jechuun Minisitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Nageenya biyyaalessaa waareessuuf olaantummaa seeraa mirkaneessuun dhimma ijoodha – Pir. Taayyee… Sifen Megersa Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Nageenya biyyaalessaa waareessuuf olaantummaa seeraa mirkaneessuun dhimma ijoo ta’uu Pireezidaantii FDRI ta’uun kan moggaafaman Taayyee Atsiqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Hanqinaalee sharafa alaa fi liqaa waaraan furuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama – Pir. Taayyee… Sifen Megersa Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen kallattii hojii bara 2017 kaa’aniiru. Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa fi Manni Maree Federeshinii…
Oduu biyya keessaa Guddina Dinagdee %8.4 galmeessuuf tattaaffii ni taasifama-Pireezidaantii FDRI Debela Tadesse Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Itiyoophiyaatti Guddina %8.4 galmeessuuf tattaaffiin ni taasifama jedha Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Pireezidaantii FDRI haaraa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti qonna gannaan lafti heektarri kuma 800 ol midhaan gosa garaagaraan uwwifamuun ibsame Tsehay Guluma Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Godina Shawaa lixaatti qonna gannaan lafti heektarri kuma 800 fi 83 midhaan gosa garaagaraan uwwifamuun kunuunfamaa jiraachuun ibsame. Sadarkaa itti…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii FDRI ta’uun Moggaafaman Sifen Megersa Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa fi Mannii Maree Federeshinii Sirna baniinsaa waloo gaggeessaa jiruun Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Korichi yaadota murtee mana marichaaf dhiyaatanirratti mari’ate Tsehay Guluma Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Koreen Dhaabbi Dhimootaa Galiiwwan Waloo Fi Baajata Deeggarsaa Mana Maree Federeeshinii yaadota murte bara paarlaamaa 6ffaa bara hojii 4ffaa,…
Fayyaa Magaalichatti duulli Talaallii Pooliyoo eegale Sifen Megersa Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti duula Talaallii Ittisa dhibee Pooliyoo eegalameera. Daa’immaan umrii waggaa 5 gadii ta’an kuma 628 oliif Talaallii Ittisa Dhibee…
Oduu biyya keessaa Filatamtoonni Miseensa Mana Maree haaraa ta’uun filataman sirna waadaa galuu raawwatan Sifen Megersa Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Filannoo irra deebii fi haftee naannoleetti gaggeeffameen filatamtoonni Miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uun haaraa filataman sirna waadaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanecha barattoota qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessan badhaasan Sifen Megersa Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanecha Abeebeen barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016’n qabxii olaanaa galmeessan badhaasaniiru.…