Oduu biyya keessaa Irreecha UNESCO’tti galmeessuuf ni hojjetama-BATO Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)-Irreechi ibsitu Sirna Gadaa keessa tokko waan ta'eef fuulduratti Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti galmeessuuf…
Fayyaa Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu dhorkame Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)_Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu lilmoon kennamu hojiiraa akka hin oolle dhorkameera. Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee,Fulbaana 18,2017(FBC)_Guyyaan Tuurizimii Idil Addunyaa mata duree “Tuurizimiin Nageenyaaf “jedhuunPaarkii Inxooxxootti kabajamaa jiraachuun ibsame. Saganticharratti Ministirri…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen hammattoo tumsa Laga Naayil mul’ata biyyoota yaa’ichaa kan dhugoomsuudha- Amb.… Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)-Waliigalteen hammattoo tumsa Laga Naayil mul'ata guddinaa fi waloon badhaadhu Biyyoota yaa’ichaa kan dhugoomsuudha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee nagaan, walqixxummaa fi jaalalaan furuun barbaachisaadha-Abuuna Maatiyaas Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017 (FBC)- Qormaatilee Itiyoophiyaatti mul’achaa jiran akkataa barsiisaa Fannoon nagaan, walqixxummaa fi jaalalaan furuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ergaa baga geessanii dabarse Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Masqalli ayyaana amantaa fi aadaa ummata biyyattii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Embaasiiwwan biyyoota garagaraa fi Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata galaa ta’an hedduun kan guutamedha-Obbo Kaffaaloo Tafarraa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata gaggaarii imala keenya har’aatiif galaa ta’an hedduudhaan kan guutamedha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira paartii…
Oduu biyya keessaa Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan. Pireezidaanti…