Oduu biyya keessaa Tokkummaa fi ifaajjiiin keenya bu’aa fide – Barsiisota Sifen Megersa Sep 18, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Tokkummaa fi Ifaajjiin keenya bu’aan fide ifatti mul’ateera jedhan barsiisonni Mana barumsaa Bultii Addaa Dodolaa. Manneen barnootaa bara kana…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu Sifen Megersa Sep 18, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Maanchiister Siitiin - Naappoolii fi Niwuukaasiil ammoo Baarseloonaa waliin taphatan ni eegamu.…
Oduu biyya keessaa Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri gammachuu fi deeggarsaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti… Sifen Megersa Sep 18, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri gammachuu fi deeggarsaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mata duree ‘Gamtaan Dandeenyerra’ jedhuun gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti hiriirri gammachuufi deeggarsaa… Sifen Megersa Sep 18, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti hiriirri gammachuufi deeggarsaa mata duree 'Gamtaan Dandeenyerra' jedhuun gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Kitaabonni Ida’amuu arfan egereef daandii kan saaqanidha- Dooktar Fitsum Asaffaa Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Kitaabonni Ida’amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an arfan har’a kan murteessan, kaleessa waliin kan wal hin dhabne fi egereef daandii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin mari’atan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hojiin iddoowwan Masqallii fi Irreechi itti kabajaman mijeessuu fi qulqulleessuu hojjetamaa jira Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Hojiin iddoo Ayyaanonni Masqallii fi Irreechi itti kabajaman mijeessuu fi qulqulleessuu hojjetamaa jira jedhe Ejensiin Bulchiinsa Qulqullinaa Magaalaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 ‘n Meedaaliyaa Nahasaa argatte Tsehay Guluma Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan meedaaliyaa Nahasaa argatteetti. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan teessuma lafaan hidhamtee barabaraan jiraatti jedhanii yaaduun du’uudha Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan teessuma lafaan hidhamtee barabaraan jiraatti jedhee kan yaadu du'aadha jedhan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deggersaa Naannoo Oromiyaatti geggeeffame humna waltumsuun raawwachuu kan argisiiseedha-… Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) - Hiriirri deggersaa Naannoo Oromiyaa magaalota adda addaatti geggeeffame gammachuurra darbee humna waltumsuun raawwachuu danda’uu kan argisiiseedha jedhan…