Sirna kabaja Ayyaana Iid Alfaxiiriif Daandiiwwan konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Ayyaanaa Iid Alfaxiir 1445ffaa sababeeffachuun Sirni Solaataa ayyaanichaa eegalamee hanga xumuramutti daandiiwwan konkolaattotaaf cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa…