Oduu biyya keessaa Sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggeeffame Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Waltajjiin sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggaeeffameera. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi dandeetii dhaabbatummaa cimsuun bu’aa galmeesseera-Obbo Adam Faaraah Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Komishiniin naamusaa Fi Inispeekshinii Paartii Badhaadhinaa Dandeetti dhaabbatummaa cimsuun bu’aa galmeessuu Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata Kutaa 6ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Qabxii darbiinsaa qormaata Kutaa 6ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome. Miseensonni Waliigalaa Mana Maree Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee marii…
Oduu biyya keessaa Bishooftuutti pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaarman eebbifaman Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Magaalaa Bishooftuutti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaarman eebbifamaniiru. Pirojektoonni eebbifaman kunneen giddugala gabaa, Gamoo Mana…
Oduu biyya keessaa Mana kitaabaa Biyyaalessaa Maadiriiditti kutaan Mana Kitaabaa Itiyoophiyaa baname Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Ispeen Mana kitaabaa Biyyaalessaa Maadiriiditti kutaan Mana Kitaabaa Itiyoophiyaa banamuu Manni Kitaabaa Abrihoot beeksise. Daayrektarri Mana Kitaabaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Caffee Magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Miseensonni Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru. Saganticharratti Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Bakka Buutuu UNIDO yeroo isaanii xumuran waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen yeroo isaanii kan xumuraan Bakka Buutuu fi Daayrektara Naannawaa Dhaabbata Misooma…
Oduu biyya keessaa Ayerlaandi Itiyoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 15 taasiste Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Ayerlaandi Itiyoophiyaaf sagantaalee misoomaa fi namoomaaf kan oolu deeggarsa Yuuroo miiliyoona 15 taasiste. Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Raayyaa ammayyaa’aa fi ga’umsa ogummaa qabu ijaaruu hubanneerra-Jila Morookoo Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan raayyaa ammayyaa’aa fi ga’umsa ogummaa qabu ijaaruu hubanneerra jedhan Itaamaajoor Shuumii Ittaanaa Raayyaa Ittisaa Morookoo Meejer…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkaa’inaan xumuramuu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Adoolessa 13, 2016 eegalee sadarkaa biyyaalessatti kennamaa ture rakkoo tokko malee milkaa’inaan xumuramuu Humni…