Idil Addunyaa Israa’eel Finciltoota Huutii haleeluu beeksifte Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Israa'eel Finciltoota Huutii Kaaba Yeeman keessa Socho'anirratti haleellaa qilleensaa qindaa'aa raawwachuu beeksifte. Haleellaa Finciltoonni Huutii…
Fayyaa Dhibee busaa ittisuuf agoobarri miiliyoonni 7 ol raabsamuu ibsame Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Dhibee busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 7 ol raabsamuufi biifaan keemikaalaas gaggeeffamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Mana marichaa Aadde Adaanech Abeebeef beekamtii kennan Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Dubartoonni Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeef badhaasaa fi beekamtii kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qulqullinni barnootaa mirkaneessuuf ciminaan hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Feestivaalli Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa fi Manneen Barnootaa Addaa Sadarkaa 2ffaa marsaa 2ffaan Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira.…
Biiznasii Bara baajataa xumurame Al ergiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.7 ol argame – Ministeericha Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Bara baajataa xumurame keessa Al ergiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.7 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.…
Ispoortii Olompikii Paarisiif Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu ibsame Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Olompikii Faransaay Paarisiitti Jimaata dhufuu eegalee gaggeeffamuuf Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu Koreen Olompikii Idil Addunyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Lammilee miiliyoona 3.7’f carraan hojii uumame -Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Bara baajataa darbe keessa naannoo Oromiyaatti Lammilee miiliyoona 3.7'f carraan hojii uumamuu Pireezidaantii naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan himan.…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaa hojii malaammaltummaa ittisuu hojjetameen Birrii biiliyoona 5.6 dhorkuun ol… Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Bara baajataa xumurame keessa hojii malaammaltummaa ittisuu hojjetameen Birrii biiliyoona 5.6 ol dhorkuun danda'amuu Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Hawaasni rakkoolee nageenyaan buqqa’an kumni 226 ol gara qa’ee isaanitti deebi’an… Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Hawaasni sababa rakkoo nageenyaan qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'an kumni 226 ol gara qa'ee isaanitti deebi'uu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Teeknooloojii Rakkoon IT tibbana muudate Kompiyuutaroota miiliyoona 8.5 tajaajilaa ala taasiisuu ibsame Sifen Megersa Jul 21, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - RakkoonTeeknooloojii Odeeffannoorra tibbana muudate Kompiyuutaroota miiliyoona 8.5 irra miidhaa qaqqabsiisuu Maayikroo Soofti beeksise. Kenniinsa…