Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid 0 – 3 Maanchiisteer Siitii Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Taphni darbii Maanchuriyaan olaantummaa Maanchiisteer Siitiin xumurameera. Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Kilaboota…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan guyyaa hundeeffama Turkii waggaa 100ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan guyyaa hundeeffama Turkii waggaa 100ffaa sababeeffachuun mootummaa fi ummata biyyattiif ergaa baga geessanii dabarsiteerti. Turkiin…
Oduu biyya keessaa Aanaalee Godina Shawaa Lixaa fi Godina Harargee Lixaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misoomaa… Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Aanaalee Godina Shawaa Lixaa fi Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misooma Qonnaa daawwatameera. Godina Harargee Lixaa Aanaa…
Idil Addunyaa MM Isiraa’eel lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan… Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Isiraa'eel Beenjaamiin Netaaniyuun lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan waamicha dhiyeessan.…
Ispoortii Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Beejiing injifate Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Haayinaa Beejiinitti gaggeeffame injifateera. Atileet Dheerreessaa Galataan fageenyicha sa'aatii…
Oduu biyya keessaa Seektaroonni hundi hojii isaanii akkaataa karooraan akka raawwatan Pireezidaanti Shimallis… Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojiilee kurmaana tokkoffaa guyyoota darban taasisa turre xumuruu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimalli…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonnii fi meeshaaleen biroo misooma Qonnaa saffisuuf oluu naannolee fi dhaabbilee qorannoo… Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Konkolaattoonnii fi meeshaaleen biroo misooma Qonnaa saffisuuf oluu naannolee fi dhaabbilee qorannoo qonnaaf kenneera.…
Oduu biyya keessaa Kutaalee Magaalaa Shaggaritti hojiileen misoomaa daawwataman Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar kutaalee garaagaraatti hojiilern misoomaa daawwatamaniiru. Kutaa magaalaa Galaan Guddaa, Sulultaa, Mana Abbichuu,…
Oduu biyya keessaa Godina Koontaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Godina Koontaa Aanaa Naannawaa Ammayyaatti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera. Namoonni lubbuun darban miseensota…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojiileen misoomaa daawwatame Sifen Megersa Oct 29, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojiileen misooma Qonnaa Magaalaa daawwatameera. Inisheetivii Qonnaa Magaalaa horsiisa…