Finfinneetti Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa hanga xumuramutti sosochiin Doqdoqqee dhorkame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti Boruu eegalee Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa hanga xumuramutti Doqdoqqeen ofuun dhorkaadha jedhe Biiroon Geejjibaa…