Itiyoophiyaan haleellaa Shororkeesummaa Moskootti raawwate balaaleffatte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Raashiyaa Moskootti raawwate balaaleffate.
Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen halleellichaan…