Jilli Obbo Awwaluun durfamu Godina Arsii Lixaatti Kilaastera Qamadii daawwate
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti Kilaastera Qamadii daawwateera.…