Oduu biyya keessaa Hanni gufuu fi salphina – MM Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Hanni gufuu fi salphina guddaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Akka mootummaatti hanni raawwatame hin jiru, kana…
Oduu biyya keessaa Fonqolchi mootummaa Itiyoophiyaa keessatti yoomiyyuu hinmilkaa’u-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Fonqolchi mootummaa Itiyoophiyaa keessatti yoomiyyuu kan hinmilkoofne ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu ibsame Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa ibse. Tattaaffii addunyaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota kuma 1fi 170 eebbisiise Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota ogummaa garagaraatiin barsiisaa ture kuma 1fi 170 eebbisiiseera. Yuunivarsiitichi barattoota muummeewwan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 370… Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) _ Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 370 eebbisiiseera. Eebbifamtoota keessaa 49 digrii…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa barnootaa bu’uuraarraa jijjiiruuf hojjetamaa jira-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Cabiinsa damee barnootaan biyyattii mudate bu’uuraarraa jijjiiruuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad himan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Seektaroota diinagdeen bu’aalee fi injifannoowwan olaanaan argamaniiru-Dooktar Abiy Aimad Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti rakkooleen idil Addunyaa fi biyyatti mudataanis rakkoolee keessatti seektarootaa diinagdeen bu’aalee fi injifannoowwan olaanaan galmaa’uu…
Oduu biyya keessaa Oomishaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf hojiilee bu’aa qabeessi hojjetamaa jira – MM… Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Indaastiriiwwan oomishaalee alaa galan biyya keessatti akka oomishaniif hojiilee hojjetameen bu’aa jajjabeessan argamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteeti piroojekitiwwan Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Piroojekitiwwan Birrii miliyoonaa 200 oliin ijaaramaa turan xumuramuun eebbifamaniiru. Saganticharratti Bulchaa Itti…
Oduu biyya keessaa Raawwii Karooraa 2016 Irratti Gaaffiilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa Dhiyaatan Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 * Misooma Koriidarii naannawaa hundatti babal’isuuf hojiileen eegalaman yoo jiraatan akkamiin ibsama? * Naannawaa horsiisee bultootaa fi kanneen birootti weerara busaa, gifiraa fi kanneen…