Mootummaan waggoota afran darbaniif Inisheetivoota qonna naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasan…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) -Mootummaan naannoo Oromiyaa waggoota afran darbaniif Inisheetivoota qonna naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasan babal’isuu irratti kan argamu…