Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota kuma 1fi 197 ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota ogummaa adda addaan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1fi 197 eebbisiiseera.
Walitti qabaa…