Hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuun hojii fi tattaaffii dabalataa gaafata-Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuun hanqina waan qabuuf hojii fi tattaaffii dabalataa kan gaafatu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…