MM Dooktar Abiy Ahimad sirna yaadannoo Pireezidaantii Duraanii Taanzaaniyaa qophaa’erratti hirmaatan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna yaadannoo Pireezidantii duraanii Taanzaaniyaa Alii Hasan Miwiinii qophaa’erratti gaddaasaanii ibsuuf…