Magaalichatti hojmaata seeraan ka’ameen alatti kiraa manaa dabaluus ta’e waliigaltee addaan kutuun…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti labsiin kireessaa fi kireeffataa erga bahee hojmaata seeraan ka’ameen alatti daballii kiraa manaas ta’e, waliigaltee addaan kutuun…