Sababa hanqina namuusaan maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii miiliyoona 268 baraaruun danda’ame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Sababa hanqina namuusaa fi hojmaata badaan maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii miiliyoona 268 baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.…