Labsii taaksii dabalata qabeenyaa qophaa’aa jiru hojmaata haraa dabaluuf kan dandeessisuudha-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Adeemsa qophiirra kan jiru labsiin taaksii dabalata qabeenyaa (VAT) dandeetii galii walitti qabuu mootummaa kan guddisuu fi hojmaataa hinhammatamne…