Oduu biyya keessaa Dhugumaan Gargaarsaa Olitti! Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Toora Xiyyeeffannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa lafa qabsiisuu keessatti, gaheen Humnoota Waloo dabalurratti argama. Imala waggoottan jahan darban taasisne keessatti, milkaa’ina lakkaa’uu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii gaggeesseen murtoo dabarse Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Manni Maree Ministirooraa Walga’ii idilee 39ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa tarsiimoo galii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 mallatteessite Debela Tadesse Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan raawwii pirojektii sirna bulchiisaa ammaayyaaf kan oolu waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 Baankii Addunya waliin mallatteessite.…
Oduu biyya keessaa Qonni magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee dinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa-Dooktar… Tsehay Guluma Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Qonni Magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee diinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa jedhan Minisitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu argisiisa oomisha Bunaa Magaalaa Naqamteetti… Sifen Megersa Sep 29, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu argisiisa Oomisha Bunaa Magaalaa Naqamteetti qophaa’e daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Barreessaa olaanaa DhMG waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 29, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Warshaa Simmintoo Lammii guyyaatti kuntaala kuma 150 oomishu eebbisan Debela Tadesse Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Simmintoo Lammii guyyaatti kuntaala kuma 150 oomishu eebbisiisan. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa Ayyaaana humni mul’ata…
Oduu biyya keessaa Hoggansi yeroo kamuu caalaa miira tajaajiltummaan bu’aa qabeessummaaf hojjechuu qaba-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Utubaalee ce’umsaa Biyyaa hirmaannaa fi qindoomina olaanaan milkeessuun Itiyoophiyaa badhaatee uumuuf hoggansi yeroo kamuu caalaa miira taajaajiltummaan…