Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Roobiitti Walga’ii Ariifachiisaa Waame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Roobii Adoolessa 26, 2016’tti walga’ii ariifachiisaa waameera. Bu’uura Heeraa Mootummaa keeyyata 58 (4) fi Dambii…
Oduu biyya keessaa Barattoota dhaabbilee barnootaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa fudhatan keessaa % 13 qofti darbuu… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa bara 2016 fudhatan keessaa % 87 qormaaticha kufuu isaanii Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa cimtuu ijaaruu keessatti gaheen Barsiisootaa olaanaadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa leenjii addaa ijaarsa dandeettii barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa gaggeeffameera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan… Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Waqtii Gannaan walqabatee Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan yaadachiiseera. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Luusiin Itiyoophiyaan bakka argama dhala namaa ta’uu kan mirkaneessiteedhan – Dooktar… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Guyyaan hambaan Luusii itti argame waggaa 50ffaan kabajamaa jira. Argamni Luusii gaaffilee hedduu kan deebisee fi gaaffileen hedduun ammoo akka ka’an…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa gatiin dhiibbaa uumamuu malu tasgabbeessuf hojjettoota mootummaaf miindaa dabaluuf… Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Fooyyessi sirna bulchiinsa sharafa alaa taasifame milkeessuuf qophiin duraa bal’aan taasifamuu Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Qophii…
Oduu biyya keessaa Baankiin Biyyaalessaa Fooyyessii bulchiinsa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasise Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Fooyyessii bulchiinsaa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasisuu beeksise. Fooyyessiin taasifames…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaaf galiin Birrii Biiliyoona 1.7 walitti qabame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Bara baajataa xumurame Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsi Birrii biiliyoona 1.7 olii walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf waliigalteen dandeessisu mallatteeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Hojii fi Ogummaa lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf Tajaajila Istaatistiksii Itiyoophiyaa waliin waliigalteen mallatteesse.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame. Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…