Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee. Qaammee 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 2, Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati- TKM Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa . Tajaajilli Kominikeeshini Mootummaa Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ministiroota Fayyaa Afrikaa- Kaariibiyaan gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC) – Yaa’iin Ministiroota Fayyaa Afrikaa- Kaariibiyaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Waltajjicharratti Sadarkaa Ministira Muummeetti Hogganaa Giddugala…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Bu'ura Cimaa Biyya Jabduu Itoophiyaan badhaadhinashee kan mirkaneessitu harkawwan jajjaboo bu'urashee cimsuu danda'aniinidha. Qabsoo gama hundumaan taasifnuun bu'ura Itiyoophiyaa ni…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaressuun ergama olaanaa dhaabbilee nageenyaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Nageenya waaressuun ergama olaanaa dhaabbilee nageenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Mariin hoggantoota olaanoo dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha- Dooktar… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa kuma 1 fi 500ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaanti…
Uncategorized Dooktar Abiy ergaa baga Ayyaana Mawuliidaa geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga Ayyaana Mawuliidaa waggaa kuma 1f 500ffaan geessanii dabarsan. Ayyaana hangafoota keenyaa kan…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa jijjiirama qabeenya Qilleessaa balaa ta’e qolachuuf tarkaanfii jijjiiramaatu barbaachisa –… Sifen Megersa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Dhiibbaa jijjiirama qabeenya Qilleessaa balaa ta’e qolachuuf tarkaanfii jijjiiramaatu barbaachisa jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Oduu biyya keessaa Torbeen Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Idil-addunyaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017(FMC)- Torbeen Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Idil-addunyaa 2ffaan Finfinnee Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addisitti gaggeeffamuu eegaleera. Sagantaa…