Oduu biyya keessaa Raawwiin misooma Boqoolloo %95 irra gaheera-Pir. Shimallis Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Raawwiin misoomaa Boqoolloo akka naannootti %95 irraa qaqqabuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 35ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarseera. 1.Wixnee…
Oduu biyya keessaa Nageenyummaan dameen Aviyeeshinii Itiyoophiyaa kan eegame ta’uun mirkanaa’e Debela Tadesse Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)- Nageenyummaan Siviil Aviyeeshinii Itiyoophiyaa sodaa kamuu kan hinqabne ta’uu Dhaabbanni Siviil Aviyeeshinii Idil Addunyaa mirkaneesse. Dhaabbatichi…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni SaafaariiTajaajila Turiizimiif oolan Waajjira Ministira Muummeef kennaman Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Oomishtoonni dandeettii qaban adeemsa oomishaa Konkolaattota Saafaarii akka babal’isan kallattii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa Pireezidaantii Jibuutirraa ergame Ministira Dhimma Alaa biyyattiirraa… Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii ergaa Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel Umar Giileerraa ergame Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa bu’uuraalee misooma elektirikii Pirojektii Caakkaa hanga Hagayyaatti xumuruuf hojjetamaa… Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa elektirikii Pirojektii Caakkaa hanga Hagayya 2016'tti xumuruuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf hojjetamaa jira-MMI Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan lubbuun darbuu Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin gadda itti dhaga’ame ibsite Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan lubbuun darbuu Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin gadda itti dhaga’ame ibsite. Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin Saawuloos…
Oduu biyya keessaa Galmi keenya nageenya waaraa, sirna dimokraasifi badhaadhina ummataa mirkaneessuudha – Pir.… Sifen Megersa Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Galmi keenya nageenya waaraa, sirna dimokraasifi badhaadhina ummataa mirkaneessuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun mana mareef dhiyaate Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaateera. Ministirri Ministeera…