Keellaa Fayyaa 250 Birrii biiliyoona 3’n sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jirra-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Keellaa Fayyaa 250 Baasii Birrii biiliyoona 3’tti dhiyaatuun gara sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannichaa…