Nageenya fi misooma mirkaneessuuf tumsi uummataa cimuu qaba-Obbo Awwaluun Abdii
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Nageenyaafi misooma mirkaneessuuf tumsi ummataa daran cimuu akka qabu Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluun Abdii akeekan.…