Oduu biyya keessaa Waldaan Interpiruunaraa Shaggar Yaa’ii 4ffaa gaggeesse Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Waldaan Interpiruunaraa Shaggar Yaa'ii 4ffaa bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan argamanitti gaggeesseera. Yaa'ichaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Indaastiriiwwan Magaalaa Shaggar daawwate Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Magaalaa Shaggaritti indastiriiwwan adda addaa Kilaastara Sabbataa…
Oduu biyya keessaa Adeemsi Itiyoophiyaa badhaate dhalootatti ceesisuu cimee itti fufa-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Adeemsi Itiyoophiyaa badhaatee fi biyya hinkadhanne dhalootatti dabarsuu cimee kan itti fufu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa F/M Birhaanuu Juulaan Boqochuu Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Keeniyaan gaddaa isaanitti… Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan boqochuu Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Keeniyaa Jeneraal…
Oduu biyya keessaa Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa gochuutu… Tsehay Guluma Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa gochuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Adeemsi oomisha konkolaattotaa fi qaamolee jijjiirraa dhaabbilee biyya keessaa jajjabeessaadha-MM… Debela Tadesse Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Adeemsi oomisha konkolaattotaa fi qaamolee jijjiirraa dhaabbilee biyya keessaa jajjabeessaa Ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dookytar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Labsiin Zoonii Diinagdee Addaa ragga’e Debela Tadesse Apr 18, 2024 0 Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Invastimanti alaa hawwachuuf, damee maanufaakchariingii jajjabeessuu fi dandeettii daldala alaa guddisuuf kan gargaaru Labsiin Zooonii Diinagdee Addaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu jechuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaaman. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 30ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Mootummaa cimaa ijaaruuf faayidaa biyyaalessaarratti ilaalchaa walfakkaataa qabaachuu barbaachisa… Debela Tadesse Apr 17, 2024 0 Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Mootummaa cimaa ijaaruuf faayidaa biyyaalessaarratti ilaalchaa walfakkaataa qabaachuun akka barbaachisu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa hubachiise.…