Oduu biyya keessaa Agarsiisni Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaan baname Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaa Giddugala Konveshinii Idil Addunyaa Addisitti bananiiru.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Sirna diimookiraasii mirkaneessan ciccimoon ijaaraman – Dooktar Biqilaa Hurrisaa Tsehay Guluma Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC)- Dhaabbileen Sirna diimookiraasii Itiyoophiyaa mirkaneessuu danda’an ciccimoon ijaaramaniiru jedhan Paartii Badhaadhinaatti Hogganaan Hariiroo Ummataa fi…
Oduu biyya keessaa Kalaqni, ariitiifi qulqullinni yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Kalaqni, ariitiifi qulqullinaan hojjechuun yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu jedhan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Dandeettiin Itiyoophiyaan waltajjiiwwan idil-addunyaa keessummeessuu sadarkaa olaanaa irra gahe–… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii qabeenya qilleensaa 32ffaa akka keessummeesitu biyyoonni miseensaa irratti waliigaluun dandeettiin waltajjiiwwan idil-addunyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii qabeenya qilleensaa 32ffaa mootummoota gamtoomanii qopheessuuf filatamte Sifen Megersa Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii qabeenya qilleensaa 32ffaa Mootummoota Gamtoomanii (Koop 32) qopheessuuf filatamte. Jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Godina Shawaa Kaabaatti warshaalee garaagaraa daawwatan Tsehay Guluma Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaatti Paarkii qindeessa Qonnaa, Warshaa Seeraamikii fi Warshaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf sablammootaa waliigaltee biyyaalessaa uumuuf gumaacha olaanaa qaba – Obbo Aganyaw… Sifen Megersa Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa waliigaltee biyyaalessaa uumuu keessatti gumaacha olaanaa qaba jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyaw…
Oduu biyya keessaa Guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa waggaa 90ffaan sababeeffachuun Sadaasa 21 fiigichi kiiloomeetira… Tsehay Guluma Nov 11, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan sababeeffachuun Sadaasa 21 fiigichi kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama.…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Piroofeesar Laaphisoo hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) –Du'aan boqochuu qorataa seenaa Piroofeesar Laaphisoo Geedeeleeboo hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni murannoo, kalaqa, saffisaa fi qulqullinaan hojjechuun badhaadhina hunda galeessa… Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Hoggantoonni murannoo, kalaqa, saffisaa fi qulqullinaan hojjechuun badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu qabu jedhan Pireezidaantiin Paartii…