Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammuduu Buhaariin hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishinichi guyyaa boruu ganama sa’aatii 3 irraa eegalee daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee guyyaa boruu sagantaa hundeeffamaa mootummaa haara sababbeeffachuun ganama sa’aatii 3 irraa eegalee daandiiwwan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan… Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan galateeffataniiru. MM Abiy fuula…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Abdiisaan ergaa galateeffannaa dabarsan Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaa nagaa fi tasgabbii qabuun kabajamee xumuramuusaaf…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee kabajamaa jira Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee magaalaa Bishooftuutti haalaa miidhagaa ta’een kabajamaa jira. Irreechi Duudhaa Kadhannaa ykn Galateeffannaati.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kabajamuu eegaleera Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)-Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kabajamuu eegaleera. Abboottin Gadaa Oromoo erga eebbisani booda, Galma Gadaa Tuulamaarraa kahuun gara Malkaa Hora…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Irreechaa eebba Abbootii Gadaafi maanguddoota Oromoo keessatti nagaafi araaratu labsama Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Guyyaa Irreechaa eebba Abbootii Gadaafi maanguddoota Oromoo keessatti nagaafi araaratu labsama. Ebbi afoolaa armaan gadiis kanuma agarsiisa. Hayyee!…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 bifa hoo’ina qabuun kabajameera – Aadde Adaanach… Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 isaan kana dura qabajamaa turan caalaa haala hoo'iina qabuun kabajamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis hirmaattoota kabaja ayyaana Irreechaa galateeffatan Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan hirmaattoota kabaja ayyaana Irreechaa galateeffataniiru. Obbo Shimallis Ayyaanni Irreechaa Hora…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga ayyaanaa Irreechaa geessanii dabarsan Sifen Megersa Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga ayyaanaa Irreechaa geessanii dabarsaniiru. Guutuun ergichaa haala armaan gadiin…