Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri moofaan bara haaraan wayita bakka bu'u,…
Oduu biyya keessaa Barri haaraan aadaa hojii keenyarratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf kan waadaa ofii gallu ta’uu qaba. Debela Tadesse Sep 10, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Barri haaraan 2015 aadaa hojii keenyarratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf kan waadaa ofii gallu ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Diinonni keenya kan nu dhiisan dameewwan hundaan ga’umsa qabaachuu keenyaa yoo beekan qofa-MM Abiy… Debela Tadesse Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Diinonni keenya kan nu dhiisan dameewwan hundaan ga’umsa qabaachuu keenyaa yoo hubatan, tarsiimoon, meeshaalee fi teeknooloojiin akka nu injifachuu…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad boqochuu Giiftii Eelzaabeetiif gaddi itti dhaga’amuu ibsan Sifen Megersa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqochuu Mootiitti Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan. Mootiittiin Ingiliz…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa Ityoophiyaa milkeessuuf qindoominaan ni hojjetama – Injinar Ayishaa Mahaammad Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Bara baajata kana mul’ata Wabii nyaataa Ityoophiyaa milkeessuuf Abbootii qabeenyaa damichaa waliin qindoominaan ni hojjetama jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaa qamadii yoo babal’isne naannawaa keenyaaf kuusaa daabboo ta’uu dandeenya-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)-“Hanga ammaatti oomishtummaa qamadii galmeessisne cimsaa fi babal’isa yoo adeemne wabii nyaataan of danda’uu bira darbee naannawaa keenyaaf kuusaa…
Oduu biyya keessaa Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha -Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. "Karaan Duudhaa…
Oduu biyya keessaa Addunyaan kan dhaabbatte waan gaarii namoota biroof taasiifamuuni – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Addunyaan kan dhaabbatte waan gaarii namoota biroof taasiifamuuni jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Maallaqa, Beekkumsaa fi humna…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeerotaa murtoo dabarse Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa walga’ii idilee 13ffaa har’a gaggeesseen wixinee imaammataa damee baankii invastaroota alaaf banaa taasisuuf dhiyaaterratti…
Oduu biyya keessaa Pir.Saahilawarq Zawdeen Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame… Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame eebbisiisan.…