Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii Magaalaa Bahiirdaar ilaalchisee ergaa dabarsaniiru. Hojiilee misooma…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godaantootaaf Sagantaa Afxiraa qopheessan Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Sagantaa Afxiraa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Biyyaalessatti halkan 2ffaaf qopheesaniin, godaantoonni biyyoota garaagaraarraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa… Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa 2ffaa Paartii Badhaadhinaa yaa’ii paartichi yaada isaa itti beeksise ture- Obbo… Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Yaa’iin Waliigalaa 2ffaan Paartii Badhaadhinaa yaa’ii paartichi yaada isaa Itiyoophiyaarra darbee Afrikaafi dhala namaa hundaaf qabu itti beeksise akka…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan teessoo Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhibeewwanii Afrikaa ta’uu isheen kabajatu itti… Ayana Dheressa Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan dhaabbata fayyaa hawaasa addaa Gamtaa Afrikaa kan ta’e Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhibeewwanii Afrikaa (Africa CDC) ta’uu isheen…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii Taayyee Atsqasillaaseef beekamtii kenne Ayana Dheressa Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsqasillaaseef beekamtii kenneera. Pireezidaanti Taayyeen beekamtii kennameefiif…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Naannoo Tigraayirratti Diippilomaatoota waliin mari’ataa… Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Naannoo Tigraayirratti hawaasa Dippiloomaatoota Itiyoophiyaatti argaman waliin marii gaggeessaa jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa fi dura taa'aa yeroo gamtaa Afrikaa Joo'aawoo Maanu'eel Goonkaalvees waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan dameewwan waraanaa garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shuumeen Waliigalaa Humna Waraanaa Itiyoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuun Juulaan gita isaanii Ruwaandaa Jeneraal Muubaarak Mugaagaa waliin…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Daandii Dirree Kaleessa sosochii garaagaraa magaalaa Dirre Dhawaa daawwadheera. Guddinni Dirre Dhawaan daran ammayyoomuuf taasistu dinqisiisaadha. Dirreerraa wantoota jahan kanneen haa…