Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Abudaabii galan Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Abudaabii galaniiru. Muummeen Ministira Abiy Ahimad wayita…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa keenyaa hundi Afrikaanummaa keenyatti boonaa milkaa’ina yaa’ii Gamtaa Afrikaaf… Ayana Dheressa Jan 28, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee yaa’ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa torban dhufu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Qocholaa gareen Shororkeessaa ABUT taasiisaa jiru ittisuuf qaamoleen nageenyaa tarkaanfii akka… Sifen Megersa Jan 28, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Qocholaa gareen Shororkeessaa ABUT taasiisaa jiru ittisuuf Raayyaan Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa tarkaanfii qorannoorratti hundaa’a akka fudhatan…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 22 raggaasiise Obse Wakgari Jan 28, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa baajata dabalataa mootummaan dhiyaatee Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 22 raggaasiiseera. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’iin Ministirootaa 40ffaan karaa nagaan akka… Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’iin Ministirootaa 40ffaan karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumuramuun hojiitti eegalamuu…
Oduu biyya keessaa Muudamni Ambaasaaddarootaaf laatame ogummaa fi ga’umsa isaaniirratti kan hundaa’edha-Ambaasaaddar… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)-Muudamni Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota 27’f laatame ogummaa fi ga’umsa isaaniirratti kan hundaa’edha jechuun Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa bara kana qopheessuun ishee injifannoo… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa bara kana qopheessuun ishee injifannoo dippiloomaasii olaanaadha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hariiroo seera raawwachiiftoota mootummaa federaalaa fi naannolee gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Waltajjiin hariiroo seera raawwachiiftoota mootummaa federaalaa fi naannolee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegalera. Waltajjichaan dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hoggansi sadarkaan jiru guyyaa Wixataa, Roobii fi Jimaata waajjiratti argamuun gaaffii… Sifen Megersa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa hoggansi sadarkaa naannoorraa kaasee hanga aanaatti jiru, torban keessaa guyyaa Wixataa, Roobii fi Jimaata waajjiratti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii Ariifachiisaa 2ffaa gaggeesseen turtiin labsii yeroo… Ayana Dheressa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii Ariifachiisaa 2ffaa guyyaa har'aa gaggeesseen turtiin labsii yeroo ariifachiisaa akka gabaabbatu murtoo dabarseera.…