Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii seenan Debela Tadesse Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad daawwannaa hojiif Jibuutii seenaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy turtii isaanii Soomaaliyaa xumurun Jibuutuu oggaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo isaanii daran ni Cimsu- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo gamlamee isaanii daran kan Cimsan ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad beeksisan. Muummeen Ministiraa Abiy…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad muudama Preezdaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahimmuud irratti argamuuf Moqaadishoo… Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad muudama Preezdaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahimmuud irratti argamuuf Somaaliyaa Moqaadishoo galaniiru. Jilli…
Oduu biyya keessaa Aadde Masarat Daamxeen Odiitara Olaantuu Waajjira Odiitara Olaanaa Federaalaa ta’uun muudaman Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Aadde Masarat Daamxeen Odiitara Olaantuu Waajjira Odiitara Olaanaa Federaalaa ta’uun muudamaniiru. Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaa’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Simmintoon seeraan ala kuufamee argame kamiyyuu mootummaadhaan dhaalamee gatii madaalawaan hawaasaaf… Ayana Dheressa Jun 7, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) - Simmintoon seeraan ala kuufamee argames ta’ee gatii shallagameen alatti gurguramu kamiyyuu mootummaadhaan dhaalamee gatii madaalawaa ta’een hawaasaaf kan…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii waajjiraalee Ministeerotaa bara 2014 gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii waajjiraalee Ministeerotaa bara 2014 Awashitti gaggeeffamaa jira. Bakka Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti…
Oduu biyya keessaa Birmadummaan Ityoophiyaa wayita balaaf saaxilamee turetti Poolisiin adda durummaan hiriireera- MM… Ayana Dheressa Jun 5, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Birmadummaan Ityoophiyaa wayita balaaf saaxilamee turetti birmadummaa biyyaa kabachiisuuf Poolisiin adda durummaan hiriiruu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Oduu biyya keessaa Mirgi odeeffannoo argachuu lammiilee akka kabajamu mootummaan hojjetaa jira – TKM Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Mirgi odeeffannoo argachuu lammiilee akka kabajamu mootummaan hojjetaa jiraachuu Tajaajilli Kominiikeeshinii Mootummaa ibseera. Dhaabbanni Abbaa Gaar…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan deeggarsa namoomaa gara Naannoo Tigraay ergamu saffisiisuuf tattaaffii taasiifamaa… Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin deeggarsa namoomaa gara Naannoo Tigraay ergamu saffisiisuuf…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2015 Birrii biiliyoona 786.61 akka ta’u… Sifen Megersa Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2015 Birrii biiliyoona dhibba 7 fi…