Oduu biyya keessaa Yaa’iin idilee 13ffaan Caffee Oromiyaa eegalameera Sifen Megersa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa, Yaa'ii idilee 13ffaa waggaa 6ffaa Bara Hojii 5ffaa galma Abbaa Gadaatti gaggeessuu eegaleera. Yaa'iin har'aa eegalee hanga…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo fayyadamee haqaa fiduuf hin fayyaduu jechuun Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qindoominaan hojjechaa jiraachuu… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qaamolee tumsiitoota fi deeggartoota waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey Iyinee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sandaafaatti sagantaa nyaata barattootaaf qophaa’e Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Sandaafaatti sagantaa nyaata barattootaaf qophaa'eera. Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti mana…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Preezdaantoota naannolee fi walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaaleessaa waliin… Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantoota naannolee fi walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaaleessaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gita…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ambaasaaddaroota haaraaf qajeelfama hojii laatan Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota haaraa Ityoophiyaa bakka bu’uun biyyoota garaagaraatti ramadamaniif qajeelfama hojii…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa ummata Oromoo fi sabaa fi sabalammoota biyyattii hundaan kan aragame; injifannoo… Wabi Fufa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Afyaa’iin Caffee Oromiyaa, aadde Loomii Badhoo hojiiwwan ijoo ji’oottan jahan darban keessatti Caffeen hojjetamaa turan ilaalchisee miidiyaaleef…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 gaggeesse Sifen Megersa Feb 25, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeesse.…