Yaalii gareen ABUT biyyaa ba’uuf taasisaan Raayyaa Ittisa Biyyaatin fashalaa’eera-L/J Baacaa Dabalee
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Gareen ABUT hedduun isaanii gara alaatti ba’uuf wayita yaalaan barbadaa’uu fi muraasni ammoo holqa turanitti deebi’uu Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…