Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Saatalaayitii 2ffaa furguggiste Obse Wakgari Dec 22, 2020 0 Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)-Ityoophiyaan Saatalaayitii ET-Smart-RSS jedhamuu furgugisuushee Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa beeksisee. Fuula…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu godina Buunnoo Beddelleetti daawwannaa taasise Obse Wakgari Dec 22, 2020 0 Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Misooma Magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saanii durfamu godina Buunnoo Beddelleetti daawwannaa taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota godina Matakkal waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 22, 2020 0 Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota naannoo Beenishaanguul Gumuuz godina Matakkal waliin mari’ataniiru. Waltajji marichaarratti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baatiwwan shanan darbanitti proojaktoonni kaappitaala Birrii biiliyoona 83 galmeessaa… Obse Wakgari Dec 22, 2020 0 Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti baatiwwan shanan darbanitti proojaktoonii kaappitaala Birrii biiliyoona 83 galmeessaa kumbi 4 fi 359 gara hojitti galuu sadarkaa itti…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii ariifachiisan hoggantootaa IGAD 38ffaan murtoo garaagaraa dabarsuun xumurame Sifen Megersa Dec 21, 2020 0 Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Yaa’ii ariifachiisaan hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 38ffaa Jibuutiitti gaggeeffamaa ture murtoo garaagaraa dabarsuun xumurameera. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan tokkummaa biyyaa eeguuf kutannoodhaan tarkaanfii fudhatte – Muusaa Faakii… Wabi Fufa Dec 21, 2020 0 Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) -Mootummaan Ityoophiyaa nagaa fi tasgabbii biyyattii mirkaneessuuf jecha kutannoodhaan tarkaanfii fudhachuushee dura taa'aan Komishinii Gamtaa Afriikaa…
Oduu biyya keessaa Ajajaa olaanaan humna qilleensaa FDRI Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ramaddii qilleensaa lixaa… Sifen Megersa Dec 21, 2020 0 Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Ajajaa olaanaan Humna Qilleensaa FDRI Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ramaddii Qilleensaa Lixaa daawwaataniiru. Daawwannichaan raayyaa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 3f deeggarsa Yuuroo miiliyoona 23.7 taasise Obse Wakgari Dec 19, 2020 0 Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 3f deeggarsa Yuuroo miiliyoona 23.7 taasisuu beeksise. Deeggarsichi Ityoophiyaa,Sudaanii fi…
Oduu biyya keessaa Koreen giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaan walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumure Obse Wakgari Dec 19, 2020 0 Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Koreen giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaan walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumureera. Korichi…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota adda duree ta’aniif beekamtiin laatamuufi jedhame Obse Wakgari Dec 18, 2020 0 Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Biiroon Qonnaa fi Qabeenyaa Uumamaa naannoo Oromiyaa waggoottaan lamaan darbani as damee qonnaa ammayyeessuu fi gurmaa'insoota bu'aa fooyyee galmeessisan…