Oduu biyya keessaa Raawwiin ijaarsa Hidha Haaromsaa % 76.35 irra ga’e Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Raawwiin ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa % 76.35 irra ga’uu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksisee. Ministeeriichi…
Oduu biyya keessaa Dararaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraan irra ga’u dhaabsisuuf tumsa hawaasa idila… Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) -Dararaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraan irra ga’u dhaabsisuuf Ityoophiyaan hawaasa idila addunyaa waliin kan hojettu ta’uun Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Giddugalli gabaa oomisha Jimaa Baddeessaatti ijaaramuuf Obse Wakgari Oct 10, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Giddugalli gabaa oomisha Jimaa godina Harargee lixaa magaalaa Baddeessaatti ijaaramuufi. Ijaarsa giddugalichaa preezdaantin naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Ateetee har’a kabajame Obse Wakgari Oct 10, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Irreechi Malkaa Ateetee har'a magaalaa Buraayyuutti kabajameera. Kabaja ayyaanichaarratti Abbootiin Gadaa,haadholiin siinqee,qeerroo fi qarreewwan…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Inxooxxoo eebbifame Obse Wakgari Oct 10, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Paarkiin Inxooxxoo ifatti har’a eebbifameera. Paarkicha Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbicha bananiiru. Dooktar Abiy sirna…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin mari’atan Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad muummee ministira Israa’eel Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin dhimma naannichaarratti bilbilaan…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa… Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 gidduugala qorannoo jedhamun adda baafaman Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 giddugala qorannoo ta’uun adda baafamuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo beeksise. Gorsaa olaanaa…
Oduu biyya keessaa obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii… Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii…
Biiznasii Abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtiin laatame Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtii laatera. Kaffaltoonni beekamtin…