Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Ostiriyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 14, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin gita isaanii Ostitiriyaa Aleeksaandar Shaalanbarg…
Oduu biyya keessaa Rakkoon daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan karaa nagaan furamuu qaba – Ambaasaaddar Yibalxaal… Sifen Megersa Jan 13, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) - Ministeerri Dhimma Alaa Sudaanii fi komishiniin daangaa biyyaalessaa guyyaa har'aa bakka bu'oota dippiloomaatootaa, Misiyoonootaa, Qoonsilaawwanii fi…
Oduu biyya keessaa Siyyuum Masfiinii fi Abbay Tsaahayyee dabalatee hoggantoota juuntaarratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Jan 13, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Siyyuum Masfinii fi Abbay Tsahaayyee dabalatee hoggantoota juuntaarratti tarkaanfiin fudhatameera. Itti gaafatamaan qajeelcha humna waraanaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen muudama ambaasaaddarrumma laatan Obse Wakgari Jan 13, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen muudama ambaasaaddara gutuu fi ambaasaaddarumma laataniiru. Haaluma kanaan:- 1. Aadde Dammituu Hambisaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Hayilamaariyaam Dassaaleenyi Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 13, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa duraanii fi ergamaan addaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiya obbo Hayilamaariyaam Dassaaleenyi Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir …
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaan talaallii vaayrasii koroonaa biyyoota 92 waliin ga’uuf qindeessummaaf filataman Obse Wakgari Jan 13, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan garee sochii idil addunyaa talaallii vaayrasii koroonaa waliin ga’uuf hojjetan keessaatti…
Oduu biyya keessaa Gareen dizaayinii Wancii, Gorgoraa fi Kooyishaa qabeenya umaamaa muul’dhif hojii bu’a qabeessaa… Obse Wakgari Jan 13, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad gareen dizaayinii Wancii, Gorgoraa fi Kooyishaa qabeenya umaamaa muul’dhisuuf hojii bu’a qabeessaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Koyishaa daawwatan Wabi Fufa Jan 12, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Koyishaa daawwatan. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Sudaan sochii seeraan alaa daangaarratti taasiftu itti fufteetti-Ministeera Dhimma Alaa Obse Wakgari Jan 12, 2021 0 Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)-Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti sochii seeraan alaa taasisfuu itti fufuu ishee dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa ambaasaaddar Diina Muftiin…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin komishinaroota poolisii har’a akka itti fufetti jira Wabi Fufa Jan 12, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Yaa’iin komishinaroota poolisii 12ffaa federaalaa, naannoo fi bulchiinsa magaalaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jiru itti fufeera. Yaa’ichi…