Oduu biyya keessaa Biirichi barnoota eegaluuf qophii xumuruu beeksise Sifen Megersa Sep 23, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) - Maloota ittisa weerara vaayrasii koroonaa of eeggannoon hojiirra oolchuun barnoota eegaluuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnoota naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach dhimmoota waqtaawarratti jiraattota magaalaa Finfinnee waliin mari’ataa jiru Obse Wakgari Sep 23, 2020 0 Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Itti aantuu kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dhimmoota haala yeroorratti kutaalee hawaasa garaagaraa waliin mari’acha jiru.…
Oduu biyya keessaa Buufanni raabsaa humna elektiriikaa Giincii tajaajilaaf qophii ta’e Obse Wakgari Sep 23, 2020 0 Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Dhaabbata Hindi ‘Larson and Turbo’ jedhamuun kan ijaarramee buufanni raabsaa humna eleektiriikaa Giincii kiiloo vooltii 230/15 qabu tajaajilaaf qophii ta’uu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhataniif proojaktii “maaddii biyyaa” ilaalchisuun ibsi… Wabi Fufa Sep 22, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Ambaasaaddaroota biyyoota garagaraa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif proojaktii “maaddii biyyaa” ilaalchisuun ibsi kenname. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Filannoo biyyoolessaa 6ffaan akka gaggeeffamu murtaa’e Obse Wakgari Sep 22, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 12,2013 (FBC) – Filannoo biyyoolessaa 6ffaan akka gaggeeffamu murtaa'e. Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI filannoon biyyoolessaa 6ffaan weerara vaayrasii koroonaa…
Oduu biyya keessaa Manni maree dhimmoota garaagaraa qorachuun raggaasise Sifen Megersa Sep 22, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata FDRI walga’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa har’a galma walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa… Obse Wakgari Sep 22, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa dabarsan. Muummee…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni waliigaltee hidha haaromsaa irratti fayyadamummaa waliinii bu’uura godhachuun waliigaluu… Wabi Fufa Sep 22, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Biyyoonni waliigaltee hidha haaromsaa irratti fayyadamummaa waliinii bu’uura godhachuun waliigaluu danda’u qabu – Hojii Raawwachiisaa IGAD…
Oduu biyya keessaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti himannaan baname Obse Wakgari Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa dabalatee namoota 18 irratti himannaan baname. Himatamtoonni mana murtii dhiyaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Buufanni raabsaa elektiriikaa Bishooftuu tajaajilaaf qophii ta’e Obse Wakgari Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Buufanni raabsaa elektiriikaa Bishooftuu tajaajilaaf qophii ta'e. Buufatichi Doolaara ,iiliyoona 25 oliin kan ijaarrame yoo ta'u raabsaa…