Preezdaanti Saahilawarq ministira dhimma alaa Faransaay waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Faransaay zyoo Iiv Ladirooyoo waliin Abiijaanitti mari’ataa jiru.…